Notice: file_put_contents(): Write of 449 bytes failed with errno=28 No space left on device in /var/www/tg-me/post.php on line 50

Warning: file_put_contents(): Only 8192 of 8641 bytes written, possibly out of free disk space in /var/www/tg-me/post.php on line 50
Anas mohammed☞Official | Telegram Webview: hbbi11/1465 -
Telegram Group & Telegram Channel
Forwarded from Bisharo Abdi official
𝐘𝐨𝐨𝐧 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐧𝐲𝐞 𝐚𝐫𝐫𝐚𝐛𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢𝐧.. ❤️

Ka gama mirgaatiin jiru Musxafaa Suleeymaan ja’ama Asliin isaa biyya Suuriyaa irraahi.
Dhaabbata Microsoft keessatti itti gaafatama waahe Artaficial intelegencyti.
Artaficial intelegency fayyadamuun Israa’el akka Ummata filisxiin fixxuuf isaan basaasuufi isaan fixuu keessatti haalduree mijjeeysaafi ture.
Ta gama bitaa irraa jirtu tun Ibtihaal Abu Sa’ad ja’amti.
Asliin isii biyya Moroco irraahi.
Dhaabbata microsofti kana keessa hojjatti ,hojii isii keessatti nama faayidaa guddaa dhaabbatichaaf buusuufi hireen isiitis fuulduratti bakka guddaa gahuu tan dandeeysuudha.
Bakka namni hedduun keessa hojjachuu kaayyoof qaban keessa hojjachutti jirti.
Arraan tana oggaa dhaabbatni microsofti waggaa 50ffaa isaa eega hundeeyfame kabajutti jiru bakka itti gaafatamtoota fi Abbootiin qabeenyaa hedduun jiranitti ol kaatee akkana jattee dhugaa jiru himte..
“Dhaabbatni Microsoftii fi Musxafaaniis  nama Kuma 50 ka filisxinitti dhume keessa qooda qaban ,harka isaanii irra dhiiga Filisxinootaatu jira jatte.”

Wanni Ibtihaal dalayde tun hojii isii akka dhabsiisu biyya Ameerkaa keessahillee akka isii arihu ni beeyti garuu obboleeyyan isii ka ghazzaa cinaa dhaabbachuuf dhaabbata guddaa kana addunyaa duratti dirree baaftee qaanyeeysite.
Sa’a 24 osoo hin geenye accountii isii hunda duraa cufan.
Waan Mootonni arabaa hojjachuu dadhaban isiin hojjatte.
Rabbiin hamtuu isii irraa haa qabu.
Video isiin gurbaa dura dhaabbatte dhugaa jiru dirree itti baaftu commentii jalatti laalu ni dandeeysan

Join 👇
@bishaara_4

tg-me.com/hbbi11/1465
Create:
Last Update:

BY Anas mohammed☞Official

Warning: Undefined variable $i in /var/www/tg-me/post.php on line 283

Share with your friend now:
tg-me.com/hbbi11/1465

View MORE
Open in Telegram

Anas mohammedOfficial Telegram | DID YOU KNOW?

Date: |

For some time, Mr. Durov and a few dozen staffers had no fixed headquarters, but rather traveled the world, setting up shop in one city after another, he told the Journal in 2016. The company now has its operational base in Dubai, though it says it doesn’t keep servers there.Mr. Durov maintains a yearslong friendship from his VK days with actor and tech investor Jared Leto, with whom he shares an ascetic lifestyle that eschews meat and alcohol.

Telegram is riding high, adding tens of million of users this year. Now the bill is coming due.Telegram is one of the few significant social-media challengers to Facebook Inc., FB -1.90% on a trajectory toward one billion users active each month by the end of 2022, up from roughly 550 million today.

Anas mohammedOfficial from ms

Telegram Anas mohammed☞Official
FROM USA